2 ሳሙኤል 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Yommusuma namoota isaa keessaa tokko waamee,<<Dhaqii namicha kana rukutii lafaan dha'i!>> jedhee isa in abboome; kana irratti inni namicha rukutee in ajjeese*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Ergasii Daawit namoota isaa keessaa tokko waamee, “Dhaqiitii dhaʼii isa ajjeesi!” jedhe. Innis isa dhaʼe; namichis ni duʼe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ኤርገሲ ዳዊት ነሞተሳ ኬሳ ቶኮ ዋሜ፣ “ዸቂቲ ዸኢ እሰ አጄስ!” ጄዼ። እንስ እሰ ዸኤ፤ ነምችስ ንዱኤ። Sien die hoofstuk |