2 ሳሙኤል 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Daawit ergasii,<<Ati nama eessaa ti?>> jedhee namicha oduu kana isatti hime sana in gaafate; inni immoo,<<Ani ilma nama Amaaleqootatti gale tokkoo ti>> jedhee in deebiseef. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Daawitis, “Ati eessaa dhufte?” jedhee dargaggeessicha oduu fide sana gaafate. Innis, “Ani ilma Amaaleq, namicha galtuu taʼe tokkoo ti” jedhee deebise. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ዳዊትስ፣ “አት ኤሳ ዹፍቴ?” ጄዼ ደርገጌስቸ ኦዱ ፍዴ ሰነ ጋፈቴ። እንስ፣ “አን እልመ አማሌቅ፣ ነምቸ ገልቱ ተኤ ቶኮት” ጄዼ ዴብሴ። Sien die hoofstuk |