2 ሳሙኤል 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Kana malees Saa'ol, Yonaataan ilmi isaa, loltoonni Israa'el saba Waaqayyoo ta'anis billaadhaan waan dhumaniif, Daawit, namoonni isaa wajjin turanis hamma galgalaatti isaaniif jedhanii in wawwaatan, in boo'an, in sooman*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Isaanis Saaʼolii fi Yoonaataaniif, loltoota Waaqayyootii fi mana Israaʼel hundaaf gaddanii ni booʼan; hamma galgalaatti ni sooman; isaan goraadeedhaan dhumaniiruutii. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 እሳንስ ሳኦሊፊ ዮናታኒፍ፣ ሎልቶተ ዋቀዮቲፊ መነ እስራኤል ሁንዳፍ ገደኒ ንቦአን፤ ሀመ ገልገላት ንሶመን፤ እሳን ጎራዴዻን ዹመኒሩቲ። Sien die hoofstuk |