Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Inni erga kufee booddee jiraachuu akka hin dandeenye waanan beekeefan dhaqee isa ajjeesee, gonfoo mataa isaa irra tureef bitawoo harka isaatti ture ittii baasee si gooftaa kootiif fideera>> jedhe*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 “Kanaafuu ani sababiin akka inni erga kufee hin fayyine beekeef isa irra dhaabadheen isa ajjeese. Gonfoo mataa isaatii fi bitawoo harka isaa fuudhee gooftaa kootiif fideera.”

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 “ከናፉ አን ሰበቢን አከ እን ኤርገ ኩፌ ህንፈይኔ ቤኬፍ እሰረ ዻበዼን እሰ አጄሴ። ጎንፎ መታሳቲፊ ብተዎ ሀርከሳ ፉዼ ጎፍታኮቲፍ ፍዴረ።”

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 1:10

Volg ons:

Advertensies


Advertensies