2 ጴጥሮስ 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Namni wanti kun hundinuu irraa hin argamne immoo, nama of irraa butee hin ilaalle, jaamaa dhas; inni cubbuu isaa isa duriittii qulleeffamuu isaa irraanfachuu isaa ti*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Garuu namni waan kana hin qabne kam iyyuu jaamaa dha; fagoottis arguu hin dandaʼu; cubbuu isaa durii sana irraa qulqulleeffamuu isaa irraanfateera. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ገሩ ነምን ዋን ከነ ህንቀብኔ ከምዩ ጃማዸ፤ ፈጎትስ አርጉ ህንደንደኡ፤ ጩቡሳ ዱሪ ሰነራ ቁልቁሌፈሙሳ እራንፈቴረ። Sien die hoofstuk |