2 ጴጥሮስ 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Wanti kun hundinuu isin irraa argamanii baay'achaa yoo adeeman, gooftaa keenya Yesus Kristosin beekuutti warra dhimma baasan, warra ija godhatanis in taatu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Yoo isin waan kana hunda qabaattanii ittuma isinii baayʼachaa deeme, wanni kun akka isin Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos beekuu keessatti dadhaboo fi buʼaa dhabeeyyii hin taane isin godha. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዮ እስን ዋን ከነ ሁንደ ቀባተኒ እቱመ እስኒ ባይአቻ ዴሜ፣ ወን ኩን አከ እስን ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ ቤኩ ኬሰት ደዸቦፊ ቡኣ ዸቤዪ ህንታኔ እስን ጎዸ። Sien die hoofstuk |