2 ጴጥሮስ 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Nama Waaqayyoo ta'uu keessaan obboloota jaallachuu, obboloota jaallachuu keessaan nama hundumaa jaallachuu argisiisaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Waaqatti buluu irratti jaalala obbolummaa, jaalala obbolummaa irratti immoo jaalala dhugaa dabaladhaa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዋቀት ቡሉረት ጃለለ ኦቦሉማ፣ ጃለለ ኦቦሉማረትሞ ጃለለ ዹጋ ደበለዻ። Sien die hoofstuk |