2 ጴጥሮስ 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Nuyi, Waaqayyo isa ulfina isaa fi humna isaa isa dinqisiisaadhaan nu waame beekuu bira ga'uudhaan wanta nu barbaachisu hundumaa arganneerra. Gooftaan humna waaqayyummaa isaatiin gara jireenyaatti nu geessuuf, namoota Waaqayyoo nu godhachuudhaaf kana hundumaa nuuf kenneera*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Humni waaqummaa isaa karaa isa ulfina isaatii fi gaarummaa isaatiin nu waame sana beekuu keenyaatiin waan jireenyaa fi Waaqatti buluuf nu barbaachisu hundumaa nuuf kenneera. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ሁምን ዋቁማሳ ከራ እሰ ኡልፍነሳቲፊ ጋሩማሳቲን ኑ ዋሜ ሰነ ቤኩኬኛቲን ዋን ጅሬኛፊ ዋቀት ቡሉፍ ኑ በርባችሱ ሁንዱማ ኑፍ ኬኔረ። Sien die hoofstuk |