2 ጴጥሮስ 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Ammas dubbiin raajonni dubbatan kun caalchisee nuuf cime; isinis hamma boruun baqaqutti, bakkalchi garaa keessan keessa ibsus hamma ba'utti, dubbii kana akka ibsaa iddoo dukkanaatti ibsutti yaadaan duukaa yoo buutan gaarii gochuu keessan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Kanaafuu dubbiin raajonni dubbatan sun ittuma caalee nuuf mirkaneeffame; isinis hamma boruun baqaqee bakkalchi barii garaa keessan keessatti baʼutti yoo akkuma ibsaa dukkana keessatti ibsuutti dubbii kanaaf xiyyeeffannoo kennitan waan gaarii gochuu keessan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ከናፉ ዱቢን ራጆትን ዱበተን ሱን እቱመ ጫሌ ኑፍ ምርከኔፈሜ፤ እስንስ ሀመ ቦሩን በቀቄ በከልች በሪ ገራኬሰን ኬሰት በኡት ዮ አኩመ እብሳ ዱከነ ኬሰት እብሱት ዱቢ ከናፍ ጥዬፈኖ ኬንተን ዋን ጋሪ ጎቹኬሰን። Sien die hoofstuk |