2 ጴጥሮስ 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Nuyi warri gaara qullaa'aa gubbaatti isaa wajjin turre immoo, sagalee waaqa irraa isaaf dhufe kana dhageenyeerra*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Nu mataan keenya iyyuu yeroo isa wajjin tulluu qulqulluu irra turretti, utuu sagaleen kun samii irraa dhufuu dhageenye. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ኑ መታንኬኘዩ ዬሮ እሰ ወጅን ቱሉ ቁልቁሉረ ቱሬት፣ ኡቱ ሰገሌን ኩን ሰሚራ ዹፉ ዸጌኜ። Sien die hoofstuk |