2 ጴጥሮስ 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Gooftaan keenya Yesus Kristos akka anatti argisiisetti, dhagni koo inni akka godoo kun dafee buqqifamuuf akka jiru ani beeka*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 ani akka Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos naaf ibsetti, dunkaana koo kana akkan dafee of irraa baasu beekaatii. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 አን አከ ጎፍታንኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ ናፍ እብሴት፣ ዱንካነኮ ከነ አከን ደፌ ኦፍራ ባሱ ቤካቲ። Sien die hoofstuk |