2 ጴጥሮስ 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Kanaafis utuma isin wanta kana hundumaa beektanii, dhugaa isin bira jiru sanattis utuma jabaattanii, ani waa'ee kanaa yeroo hundumaa isin yaadachiisuuf nan jedha. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Kanaafuu isin wantoota kanneen beektanii, dhugaa amma qabdan kanatti jabaatanii dhaabattanii iyyuu ani yeroo hunda wantoota kanneen isin yaadachiisuu nan barbaada. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ከናፉ እስን ወንቶተ ከኔን ቤክተኒ፣ ዹጋ አመ ቀብደን ከነት ጀባተኒ ዻበተኒዩ አን ዬሮ ሁንደ ወንቶተ ከኔን እስን ያደቺሱ ነንበርባደ። Sien die hoofstuk |