2 ጴጥሮስ 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Kanaafis obboloota ko, waamamuu keessanitti, fo'amuu keessanittis jabaachuudhaaf caalchisaa dhimmaa! Kana yoo gootan matumaa hin kuftan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Kanaaf yaa obboloota ko, waamamuu fi filatamuu keessan mirkaneeffachuuf caalaatti hinaaffaa qabaadhaa. Yoo waan kana gootan isin hin gufattan; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ከናፍ ያ ኦቦሎተኮ፣ ዋመሙፊ ፍለተሙኬሰን ምርከኔፈቹፍ ጫላት ህናፋ ቀባዻ። ዮ ዋን ከነ ጎተን እስን ህንጉፈተን፤ Sien die hoofstuk |