2 ዮሀንስ 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Namni barsiisa Kristositti qabamuu dhiisee, kana irra darbee barsiisu, Waaqayyoon of biraa hin qabu; inni barsiisichatti qabamee jiraatu immoo, abbaa, ilmas of biraa qaba*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Namni barsiisa Kiristoosiin hin jiraanne kan barsiisa sana keessaa baʼu kam iyyuu Waaqa hin qabu; namni barsiisa Kiristoosiin jiraatu hundinuu immoo Abbaas Ilmas qaba. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ነምን በርሲሰ ክርስቶሲን ህንጅራትኔ ከን በርሲሰ ሰነ ኬሳ በኡ ከምዩ ዋቀ ህንቀቡ፤ ነምን በርሲሰ ክርስቶሲን ጅራቱ ሁንድኑሞ አባስ እልመስ ቀበ። Sien die hoofstuk |