2 ቆሮንቶስ 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Akka waan firdiin du'aa nutti faradametti, nutti dhaga'amee ture; garuu nuyi, Waaqayyo isa warra du'an kaasu duwwaa malee, ofii keenya akka hin amananneef kun ta'e. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Dhugumaanuu murtiin duʼaa nutti dhagaʼamee turre. Kun garuu akka nu Waaqa warra duʼan kaasutti malee ofii keenyatti hin amananneef taʼe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዹጉማኑ ሙርቲን ዱኣ ኑት ዸገአሜ ቱሬ። ኩን ገሩ አከ ኑ ዋቀ ወረ ዱአን ካሱት መሌ ኦፊኬኘት ህንአመነትኔፍ ተኤ። Sien die hoofstuk |