2 ቆሮንቶስ 1:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Isin amantiitti jabaattanii waan dhaabattaniif, isin gammachiisuudhaaf isinii wajjin hojjenna malee, nuyi amantii keessan irratti gooftummaa argisiifna jennee miti*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Nu gammachuu keessaniif isin wajjin hojjenna malee amantii keessan irratti gooftummaa hin qabnu; isin amantiin jabaattanii dhaabattaniitii. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ኑ ገመቹኬሰኒፍ እስን ወጅን ሆጄትነ መሌ አመንቲኬሰንረት ጎፍቱማ ህንቀብኑ፤ እስን አመንቲን ጀባተኒ ዻበተኒቲ። Sien die hoofstuk |