2 ቆሮንቶስ 1:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Abdiin Waaqayyoo hundinuu karaa Kristos ?Haa ta'u? jedhamanii in raawwatamu; kanaaf nus karaa isaa ?Ameen? jennee Waaqayyoof galata in galchina*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Waadaawwan Waaqaa hundinuu Kiristoosiin “Eeyyeedhaatii”. Kanaafuu nu karaa isaatiin ulfina Waaqaatiif “Ameen” jenna. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ዋዳወን ዋቃ ሁንድኑ ክርስቶሲን “ኤዬዻቲ”። ከናፉ ኑ ከራሳቲን ኡልፍነ ዋቃቲፍ “አሜን” ጄነ። Sien die hoofstuk |