2 ቆሮንቶስ 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Waan isin dubbiftanii hubachuu dandeessan malee, nuyi wanta kan biraa isiniif hin caafne; guutummaatti akka hubachuuf jirtan nan abdadha. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Nu waan isin dubbisuu yookaan hubachuu hin dandeenye tokko illee isinii hin barreessinuutii. Ani akka isin hamma dhumaatti hubattan nan abdadha; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ኑ ዋን እስን ዱብሱ ዮካን ሁበቹ ህንደንዴኜ ቶኮሌ እስኒ ህንበሬስኑቲ። አን አከ እስን ሀመ ዹማት ሁበተን ነንአብደዸ፤ Sien die hoofstuk |