2 ቆሮንቶስ 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Isinis waa'ee kanaaf nuuf kadhachuu keessaniin nu gargaaruu in dandeessu; namoonni baay'een gaarummaa inni ittiin nu oolche kanaaf, nuuf jedhanii Waaqayyoof galata guddaa in galchu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Akkuma isin kadhannaa keessaniin nu gargaartan, ayyaana kadhannaa namoota baayʼeetiif deebii taʼee nuu kenname sanaaf namoonni baayʼeen nuuf galateeffatu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አኩመ እስን ከዸትናኬሰኒን ኑ ገርጋርተን፣ አያነ ከዸትና ነሞተ ባይኤቲፍ ዴቢ ተኤ ኑ ኬነሜ ሰናፍ ነሞትን ባይኤን ኑፍ ገለቴፈቱ። Sien die hoofstuk |