1 ጢሞቴዎስ 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 gara Ximotewos isa dhuguma amantiidhaan ilma koo ta'eetti caafuu koo ti. Waaqayyo abbaan, Kristos Yesus gooftaan keenyas ayyaana, araara, nagaas siif haa kennu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Gara Xiimotewos isa amantiidhaan ilma koo dhugaa taʼeetti: Waaqa Abbaa fi Gooftaa keenya Kiristoos Yesuus irraa ayyaanni, araarrii fi nagaan siif haa taʼu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ገረ ጢሞቴዎስ እሰ አመንቲዻን እልመኮ ዹጋ ተኤት። ዋቀ አባፊ ጎፍታኬኘ ክርስቶስ ዬሱስራ አያን፣ አራሪፊ ነጋን ሲፍ ሃተኡ። Sien die hoofstuk |