1 ተሰሎኒቄ 5:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Waaqayyo inni nagaa namaaf kennu guutummaatti ofii isaatiif isin haa qulqulleessu; yeroo dhufa gooftaa keenyaa Yesus Kristosittis hafuura keessan, lubbuu keessan, foon keessanis fayyaatti mudaa akka hin godhannettis haa eegu*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Waaqni mataan isaa, Waaqni nagaa guutumaan guutuutti isin haa qulqulleessu. Hafuurri keessan, lubbuun keessanii fi dhagni keessan guutuun guyyaa Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos dhufutti mudaa irraa haa eegaman. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ዋቅን መታንሳ፣ ዋቅን ነጋ ጉቱማን ጉቱት እስን ሃቁልቁሌሱ። ሀፉርኬሰን፣ ሉቡንኬሰኒፊ ዸግንኬሰን ጉቱን ጉያ ጎፍታንኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ ዹፉት ሙዳራ ሃኤገመን። Sien die hoofstuk |