1 ተሰሎኒቄ 5:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Kristos Yesus kana gochuu keessan in fedha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Haala hundumaa keessatti Waaqa galateeffadhaa; fedhiin Waaqni Kiristoos Yesuusitti isiniif qabu kanaatii. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ሃለ ሁንዱማ ኬሰት ዋቀ ገለቴፈዻ፤ ፌዺን ዋቅን ክርስቶስ ዬሱስት እስኒፍ ቀቡ ከናቲ። Sien die hoofstuk |