Aanlyn Bybel

- Advertensies -




1 ተሰሎኒቄ 5:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Yeroo hundumaa walii keessaniif, namoota hundumaafis gaarii gochuu yaadaa malee, namni tokko illee waan hamaadhaaf hamaa akka hin deebifne ilaaladhaa*!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Akka namni tokko iyyuu waan hamaaf deebii hamaa hin deebifne of eeggadhaa; qooda kanaa yeroo hunda waliif, nama hundaafis waan gaarii gochuuf carraaqaa.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 አከ ነምን ቶኮዩ ዋን ሀማፍ ዴቢ ሀማ ህንዴብፍኔ ኦፍ ኤገዻ፤ ቆደ ከና ዬሮ ሁንደ ወሊፍ፣ ነመ ሁንዳፍስ ዋን ጋሪ ጎቹፍ ጨራቃ።

Sien die hoofstuk Kopieer




1 ተሰሎኒቄ 5:15

Volg ons:

Advertensies


Advertensies