1 ተሰሎኒቄ 4:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Egaa namni gorsa kana tuffatu, Waaqayyoon isa hafuura isaa qulqulluu isiniif kennu tuffata malee, nama tuffata miti*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Kanaafuu namni gorsa kana tuffatu Waaqa Hafuura isaa Qulqulluu isinii kennu sana tuffata malee nama hin tuffatu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ከናፉ ነምን ጎርሰ ከነ ቱፈቱ ዋቀ ሀፉረሳ ቁልቁሉ እስኒ ኬኑ ሰነ ቱፈተ መሌ ነመ ህንቱፈቱ። Sien die hoofstuk |