1 ተሰሎኒቄ 4:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Egaa namni kana irra darbee dubbii kanatti hiriyaa isaa hin gowwoomsin; gooftaan warra balleessaa akkasii hojjetan in adaba jennee duraan dursinee isinitti himneerra, dhugaa isinitti baaneerras*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 waan kanaanis namni tokko iyyuu obboleessa isaa hin miidhin yookaan hin gowwoomsin. Akkuma nu kanaan dura isinitti himnee isin akeekkachiifne sana, Gooftaan warra cubbuu akkasii hojjetan hunda haaloo baʼa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋን ከናንስ ነምን ቶኮዩ ኦቦሌሰሳ ህንሚዽን ዮካን ህንጎዎምስን። አኩመ ኑ ከናን ዱረ እስንት ህምኔ እስን አኬከቺፍኔ ሰነ፣ ጎፍታን ወረ ጩቡ አከሲ ሆጄተን ሁንደ ሃሎ በአ። Sien die hoofstuk |