Aanlyn Bybel

- Advertensies -




1 ተሰሎኒቄ 4:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Kana booddee nuyi warri utuu hin du'in hafne immoo, isaanumaa wajjin qilleensa keessatti gooftaa simachuudhaaf duumessa keessa ol in butamna; ergasii yeroo hundumaa gooftaa bira in jiraanna*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Ergasii immoo nu warri hafnee lubbuun jirru qilleensa irratti Gooftaa simachuuf isaan wajjin duumessaan ol fudhatamna. Akkasumas bara baraan Gooftaa wajjin ni jiraanna.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 ኤርገሲሞ ኑ ወር ሀፍኔ ሉቡን ጅሩ ቅሌንሰረት ጎፍታ ስመቹፍ እሳን ወጅን ዱሜሳን ኦል ፉዸተምነ። አከሱመስ በረ በራን ጎፍታ ወጅን ንጅራትነ።

Sien die hoofstuk Kopieer




1 ተሰሎኒቄ 4:17

Volg ons:

Advertensies


Advertensies