1 ተሰሎኒቄ 4:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Sagaleen guddisee nama abboomu, sagaleen angafa ergamootaa in dhaga'ama, malakanni Waaqayyoos in afuufama. Kana hundumaa wajjin gooftaan waaqa irraa gad in bu'a; warri Kristositti amananii du'an dura in kaafamu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Gooftaan mataan isaa ajajaan, sagalee ergamaa hangafaatii fi sagalee malakata Waaqaatiin samii irraa ni buʼa; warri Kiristoositti amananii duʼanis jalqabatti ni kaʼu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ጎፍታን መታንሳ አጀጃን፣ ሰገሌ ኤርገማ ሀንገፋቲፊ ሰገሌ መለከተ ዋቃቲን ሰሚራ ንቡአ፤ ወር ክርስቶስት አመነኒ ዱአንስ ጀልቀበት ንከኡ። Sien die hoofstuk |