1 ተሰሎኒቄ 4:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Nuyi amma dubbii gooftaa keessaa waan arganne isinitti himuuf jenna; nuyi warri gaafa gooftaan deebi'ee dhufu utuu hin du'in jirru, warra obbaafatan dura hin buunu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Wanni nu akka dubbii Gooftaatti isinitti himnu kana; nu warri lubbuun jirru kanneen hamma dhufaatii Gooftaatti jiraannu gonkumaa warra rafan sana hin dursinu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ወን ኑ አከ ዱቢ ጎፍታት እስንት ህምኑ ከነ፤ ኑ ወር ሉቡን ጅሩ ከኔን ሀመ ዹፋቲ ጎፍታት ጅራትኑ ጎንኩማ ወረ ረፈን ሰነ ህንዱርስኑ። Sien die hoofstuk |