Aanlyn Bybel

- Advertensies -




1 ተሰሎኒቄ 4:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Obboloota nana! Kana irraa kan hafe immoo Waaqayyoon gammachiisuudhaaf attamitti jiraachuun akka isin irra jiru barumsa nu irraa argattaniittu; akkuma amma itti jirtan iyyuu caalchiftanii akka itti fuftan maqaa Yesus gooftaatiin isin in kadhanna, isin in gorsinas*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Kana malees yaa obboloota, Waaqa gammachiisuuf akkamitti akka jiraachuu qabdan nu isin barsiifneerra; isinis akkuma sanatti jiraachaa jirtu. Ammas akka ittuma caalchiftanii waan kana gootan Gooftaa Yesuusiin isin kadhanna; isin gorsinas.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ከነ መሌስ ያ ኦቦሎተ፣ ዋቀ ገመቺሱፍ አከምት አከ ጅራቹ ቀብደን ኑ እስን በርሲፍኔረ፤ እስንስ አኩመ ሰነት ጅራቻ ጅርቱ። አመስ አከ እቱመ ጫልችፍተኒ ዋን ከነ ጎተን ጎፍታ ዬሱሲን እስን ከዸትነ፤ እስን ጎርስነስ።

Sien die hoofstuk Kopieer




1 ተሰሎኒቄ 4:1

Volg ons:

Advertensies


Advertensies