1 ተሰሎኒቄ 3:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Amma garuu Ximotewos isin biraa gara keenya dhufee, waa'ee amantii keessanii fi waa'ee jaalala keessanii oduu gaarii nuuf fide; akkasumas isin yeroo hundumaa gara-laafinaan akka nu yaadattan, akkuma nuyi isin arguu yaadnus nu arguu akka yaaddan nutti hime*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Amma garuu Xiimotewos isin biraa gara keenya dhufee waaʼee amantii keessaniitii fi waaʼee jaalala keessanii oduu gaarii nutti himeera. Akkasumas akka isin yeroo hunda yaada gaariidhaan nu yaaddanii fi akkuma nu isin arguu hawwinu sana akka isinis nu arguu hawwitan nutti himeera. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 አመ ገሩ ጢሞቴዎስ እስን ብራ ገረኬኘ ዹፌ ዋኤ አመንቲኬሰኒቲፊ ዋኤ ጃለለኬሰኒ ኦዱ ጋሪ ኑት ህሜረ። አከሱመስ አከ እስን ዬሮ ሁንደ ያደ ጋሪዻን ኑ ያደኒፊ አኩመ ኑ እስን አርጉ ሀውኑ ሰነ አከ እስንስ ኑ አርጉ ሀውተን ኑት ህሜረ። Sien die hoofstuk |