Aanlyn Bybel

- Advertensies -




1 ተሰሎኒቄ 3:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Sababii kanaaf kana caalaa obsuu waanan dadhabeef inni nama qoru isin qoreera yoo ta'e, wanti nuyi itti dadhabaa turre kan waa'ee hin baafne akka hin taanetti amantii keessan beekuufan isa gara keessanitti erge*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Sababii kanaaf ani yommuun kana caalaa obsuu dadhabetti waaʼee amantii keessanii baruuf jedheen isa erge. Tarii inni nama qoru sun isin qoree dadhabbiin keenyas faayidaa malee hafeera jedheen sodaadhe.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ሰበቢ ከናፍ አን ዮሙን ከነ ጫላ ኦብሱ ደዸቤት ዋኤ አመንቲኬሰኒ በሩፍ ጄዼን እሰ ኤርጌ። ተሪ እን ነመ ቆሩ ሱን እስን ቆሬ ደዸቢንኬኘስ ፋይዳ መሌ ሀፌረ ጄዼን ሶዳዼ።

Sien die hoofstuk Kopieer




1 ተሰሎኒቄ 3:5

Volg ons:

Advertensies


Advertensies