1 ተሰሎኒቄ 3:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Namni tokko illee sababii rakkina kana hundumaaf hin raafamin! Isaan kanatti galuun akka nu irra jiru isin ofii keessanii in beektu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 kunis akka namni tokko iyyuu dhiphina kanaan hin jeeqamneef. Isinis akka nu waan kanaaf filatamne sirriitti beektu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ኩንስ አከ ነምን ቶኮዩ ዽጵነ ከናን ህንጄቀምኔፍ። እስንስ አከ ኑ ዋን ከናፍ ፍለተምኔ ስሪት ቤክቱ። Sien die hoofstuk |