1 ተሰሎኒቄ 3:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Amantiitti akka isin jabeessuuf, cimsees akka isin gorsuuf, nuyi obboleessa keenya wangeela Kristosiif ergamuuttis hojjetaa Waaqayyoo isa ta'e, Ximotewosin gara keessanitti ergine*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Nus obboleessa keenya Xiimotewos, tajaajilaa Waaqaa isa wangeela Kiristoosiitti hojjetaa hidhata keenya taʼe sana, akka inni amantii keessanitti isin cimsuu fi isin jajjabeessuuf ergineerra; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ኑስ ኦቦሌሰኬኘ ጢሞቴዎስ፣ ተጃጅላ ዋቃ እሰ ወንጌለ ክርስቶሲት ሆጄታ ህዸተኬኘ ተኤ ሰነ፣ አከ እን አመንቲኬሰንት እስን ጭምሱፊ እስን ጀጀቤሱፍ ኤርግኔረ፤ Sien die hoofstuk |