1 ተሰሎኒቄ 3:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Guyyaa gooftaan keenya Yesus qulqulloota isaa wajjin deebi'ee dhufutti, garaa keessan cimsee warra hin komatamne godhee qulqullummaadhaan fuula Waaqayyoo abbaa keenyaa dura isin haa dhaabu*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Akka isin yommuu Gooftaan keenya Yesuus qulqulloota isaa hunda wajjin dhufutti fuula Waaqa keenyaatii fi Abbaa keenyaa duratti warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota taataniifis inni garaa keessan haa jajjabeessu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 አከ እስን ዮሙ ጎፍታንኬኘ ዬሱስ ቁልቁሎተሳ ሁንደ ወጅን ዹፉት ፉለ ዋቀኬኛቲፊ አባኬኛ ዱረት ወረ ሙዳ ህንቀብኔፊ ቁልቁሎተ ታተኒፍስ እን ገራኬሰን ሃጀጀቤሱ። Sien die hoofstuk |