1 ተሰሎኒቄ 3:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Gooftichi jaalala isin walii fi namoota hundumaafis qabdan dabalee, akka isa nuyi ittiin isin jaallannutti hamma malee haa baay'isu*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Akkuma jaalalli nu isinii qabnu dabalaa deemu sana Gooftaan jaalala isin walii keessanii fi nama hundaaf qabdan isinii haa guddisuu; haa baayʼisus. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 አኩመ ጃለል ኑ እስኒ ቀብኑ ደበላ ዴሙ ሰነ ጎፍታን ጃለለ እስን ወሊኬሰኒፊ ነመ ሁንዳፍ ቀብደን እስኒ ሃጉድሱ፤ ሃባይእሱስ። Sien die hoofstuk |