1 ተሰሎኒቄ 3:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Egaa kana caalaa obsuu yeroo dadhabnetti, nuyi kophaa keenya mandara Ateenaatti hafuudhaaf murtoo godhanne*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Kanaafuu nu waan hammana caalaa obsuu dadhabneef kophaa keenya Ateenaatti hafuun gaarii nutti fakkaate. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ከናፉ ኑ ዋን ሀመነ ጫላ ኦብሱ ደዸብኔፍ ኮጳኬኘ አቴናት ሀፉን ጋሪ ኑት ፈካቴ። Sien die hoofstuk |