1 ተሰሎኒቄ 2:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Nuyi isin biratti warra dubbii itti kuulan, warra ittiin qabanii nu ga'a jechuu dadhabuu isaanii dhokfatan akka hin ta'in ba'eessa gootanii in beektu; kanas Waaqayyo in beeka*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Akkuma isin beektanii fi akkuma Waaqnis dhugaa baʼu sana nu dubbii sossobbiitti hin fayyadamne; doqnummaa dhokfachuufis haguuggannee gara keessan hin dhufne. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አኩመ እስን ቤክተኒፊ አኩመ ዋቅንስ ዹጋ በኡ ሰነ ኑ ዱቢ ሶሶቢት ህንፈየደምኔ፤ ዶቅኑማ ዾክፈቹፍስ ሀጉገትኔ ገረኬሰን ህንዹፍኔ። Sien die hoofstuk |