Aanlyn Bybel

- Advertensies -




1 ተሰሎኒቄ 2:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Obboloota nana! Garaan keenya wal bira yoo jiraate iyyuu, yeroodhaaf fuula fuulaan wal arguu dhabnee erga gargar baafamnee, nuyi fuula keessan arguudhaaf hawwa guddaadhaan caalchifnee dhamaane.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Garuu yaa obboloota, erga yaadaan utuu hin taʼin fooniin yeroo gabaabaaf isin irraa gargar baanee jalqabnee fuula keessan arguuf hawwii guddaan caalchifnee dhamaane.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 ገሩ ያ ኦቦሎተ፣ ኤርገ ያዳን ኡቱ ህንተእን ፎኒን ዬሮ ገባባፍ እስንራ ገርገር ባኔ ጀልቀብኔ ፉለኬሰን አርጉፍ ሀዊ ጉዳን ጫልችፍኔ ዸማኔ።

Sien die hoofstuk Kopieer




1 ተሰሎኒቄ 2:17

Volg ons:

Advertensies


Advertensies