1 ተሰሎኒቄ 2:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Warri saba Waaqayyoo hin ta'in akka fayyaniif nuyi in lallabna; isaan immoo safara cubbuu isa yeroo hundumaa hojjetan guuttachuudhaaf, akka hin lallabneef nu dhowwu. Gara dhumaatti dheekkamsi Waaqayyo ammuma iyyuu isaan irratti dhufeera*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 isaanis cubbuu isaanii guuttachuuf jedhanii akka nu akka Namoonni Ormaa fayyifamaniif itti hin dubbanne nu dhowwu. Dhuma irratti garuu dheekkamsi Waaqaa isaanitti dhufeera. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 እሳንስ ጩቡሳኒ ጉተቹፍ ጄዸኒ አከ ኑ አከ ነሞትን ኦርማ ፈይፈመኒፍ እት ህንዱበትኔ ኑ ዾዉ። ዹመረት ገሩ ዼከምስ ዋቃ እሳንት ዹፌረ። Sien die hoofstuk |