Aanlyn Bybel

- Advertensies -




1 ተሰሎኒቄ 2:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Dubbii Waaqayyoo isa nuyi lallabnu yeroo argattan, akka dubbii namaatti utuu hin ta'in akka dubbii Waaqayyootti fudhattaniittu; innoo, dhuguma dubbii Waaqayyoo ti. Waaqayyos isin warra amantan keessatti in hojjeta; kana hundumaaf ittuma fufnee Waaqayyoon in galateeffanna*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Isinis yommuu dubbii Waaqaa kan nurraa dhageessan sana fudhattanitti akkuma inni jirutti, akka dubbii Waaqaa kan isin warra amantan keessatti hojjetuutti fudhattan malee akka dubbii namaatti waan hin fudhatiniif nu utuu gargar hin kutin Waaqa galateeffanna.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 እስንስ ዮሙ ዱቢ ዋቃ ከን ኑራ ዸጌሰን ሰነ ፉዸተንት አኩመ እን ጅሩት፣ አከ ዱቢ ዋቃ ከን እስን ወረ አመንተን ኬሰት ሆጄቱት ፉዸተን መሌ አከ ዱቢ ነማት ዋን ህንፉዸትኒፍ ኑ ኡቱ ገርገር ህንኩትን ዋቀ ገለቴፈትነ።

Sien die hoofstuk Kopieer




1 ተሰሎኒቄ 2:13

Volg ons:

Advertensies


Advertensies