1 ተሰሎኒቄ 2:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Nus tokkon tokkon keessan akka abbaan itti ijoollee isaa ilaalutti isin ilaaluu keenya gaarii gootanii in beektu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Isin akka nu akkuma abbaan ijoollee isaa gorsee jajjabeessutti tokkoo tokkoo keessaniif taane ni beektuutii; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 እስን አከ ኑ አኩመ አባን እጆሌሳ ጎርሴ ጀጀቤሱት ቶኮ ቶኮኬሰኒፍ ታኔ ንቤክቱቲ፤ Sien die hoofstuk |