1 ተሰሎኒቄ 2:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Isin warra amantaniif nuyi qullaa'ota, qajeelota, mudaa malees akka taane isin dhugaa nuuf baatu, Waaqayyos immoo dhugaa nuuf ba'a. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Nu hammam qulqullummaan, qajeelummaa fi mudaa malee isin warra amantan gidduu akka jiraanne isin dhugaa ni baatu; Waaqnis dhugaa baʼa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ኑ ሀመም ቁልቁሉማን፣ ቀጄሉማፊ ሙዳ መሌ እስን ወረ አመንተን ግዱ አከ ጅራትኔ እስን ዹጋ ንባቱ፤ ዋቅንስ ዹጋ በአ። Sien die hoofstuk |