1 ተሰሎኒቄ 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Dubbiin gooftaa inni isin biraa ka'e Maqedooniyaa fi Akaayyaa duwwaatti dhaga'ame miti; amantiin isin Waaqayyotti qabdan iddoo halletti ba'ee barameera; waa'ee kanaafis waan jechuun nu barbaachisu tokko illee hin jiru*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Dubbiin Gooftaa isin biraa baʼee Maqedooniyaa fi Akaayaa qofatti hin dhagaʼamne; amantiin isin Waaqatti qabdanis lafa hunda gaʼeera. Kanaafuu waaʼee isaa homaa dubbachuu nu hin barbaachisu; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዱቢን ጎፍታ እስን ብራ በኤ መቄዶንያፊ አካያ ቆፈት ህንዸገአምኔ፤ አመንቲን እስን ዋቀት ቀብደንስ ለፈ ሁንደ ገኤረ። ከናፉ ዋኤሳ ሆማ ዱበቹ ኑ ህንበርባችሱ፤ Sien die hoofstuk |