1 ተሰሎኒቄ 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Isinis fakkeenya keenyaa fi fakkeenya gooftaa duukaa buutaniittu; yoo baay'ee rakkattan iyyuu, gammachuu hafuura qulqulluu biraa dhufuun dubbicha fudhattaniittu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Isinis fakkeenya keenyaa fi fakkeenya Gooftaa duukaa buutaniirtu; utuma dhiphina guddaa keessa jirtanuus gammachuu Hafuurri Qulqulluun isinii kennuun dubbicha fudhattaniirtu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እስንስ ፈኬኘኬኛፊ ፈኬኘ ጎፍታ ዱካ ቡተኒርቱ፤ ኡቱመ ዽጵነ ጉዳ ኬሰ ጅርተኑስ ገመቹ ሀፉር ቁልቁሉን እስኒ ኬኑን ዱብቸ ፉዸተኒርቱ። Sien die hoofstuk |