Aanlyn Bybel

- Advertensies -




1 ተሰሎኒቄ 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Phaawulos, Silwaanosii fi Ximotewos biraa, gara waldaa warra Tasaloniiqee isa kan Waaqayyoo abbaa fi kan gooftaa Yesus Kristositti caafame. Ayyaannii fi nagaan isiniif haa ta'u*!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Phaawulos, Silwaanosii fi Xiimotewos irraa, Gara waldaa kiristaanaa warra Tasaloniiqee kan Waaqa Abbaatii fi kan Gooftaa Yesuus Kiristoos taateetti: Ayyaannii fi nagaan isiniif haa taʼu.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ጳዉሎስ፣ ሲላሲፊ ጢሞቴዎስራ። ገረ ወልዳ ክርስታና ወረ ተሰሎኒቄ ከን ዋቀ አባቲፊ ከን ጎፍታ ዬሱስ ክርስቶስ ታቴት። አያኒፊ ነጋን እስኒፍ ሃተኡ።

Sien die hoofstuk Kopieer




1 ተሰሎኒቄ 1:1

Volg ons:

Advertensies


Advertensies