1 ሳሙኤል 31:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Borumtaa isaa Filisxeemonni warra ajjeesan sana irraa mi'a yaafachuu dhaqanii, reeffa Saa'olii fi reeffa ilmaan isaa sadanii tulluu Giilbo'aa irratti in argan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Filisxeemonnis guyyaa itti aanutti yommuu warra dhuman irraa hidhannaa hiikkachuu dhufanitti, akka Saaʼolii fi ilmaan isaa sadan Tulluu Gilboʼaa irratti kukkufanii jiran argan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ፍልስጤሞትንስ ጉያ እት ኣኑት ዮሙ ወረ ዹመንራ ህዸትና ሂከቹ ዹፈንት፣ አከ ሳኦሊፊ እልማንሳ ሰደን ቱሉ ግልቦኣረት ኩኩፈኒ ጅረን አርገን። Sien die hoofstuk |