1 ሳሙኤል 31:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Israa'eloonni dachaa sana gama, Yordaanos irraa gara ba'a-biiftuu jiranis loltoonni isaanii akka baqatan, Saa'olii fi ilmaan isaa akka dhuman yommuu argan, isaanis mandaroota isaanii dhiisanii in baqatan; Filisxeemonni immoo dhufanii mandaroota sana in qabatan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Israaʼeloonni qarqara sululaatii fi gama Yordaanos jiran yommuu akka loltoonni Israaʼel baqatanii fi akka Saaʼolii fi ilmaan isaas dhuman arganitti magaalaawwan isaanii dhiisanii baqatan. Filisxeemonni immoo dhufanii keessa qubatan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 እስራኤሎን ቀርቀረ ሱሉላቲፊ ገመ ዮርዳኖስ ጅረን ዮሙ አከ ሎልቶትን እስራኤል በቀተኒፊ አከ ሳኦሊፊ እልማንሳስ ዹመን አርገንት መጋላወንሳኒ ዺሰኒ በቀተን። ፍልስጤሞትንሞ ዹፈኒ ኬሰ ቁበተን። Sien die hoofstuk |