1 ሳሙኤል 31:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Namichi mi'a lolaa isaaf baatu sunis, du'uu Saa'ol yommuu arge, innis billaa ofii isaatiitti of diree isaa wajjin in du'e. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Namichi miʼa lolaa baatu sun yommuu akka Saaʼol duʼe argetti innis goraadee ofii isaa irratti kufee Saaʼol wajjin duʼe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ነምች ምአ ሎላ ባቱ ሱን ዮሙ አከ ሳኦል ዱኤ አርጌት እንስ ጎራዴ ኦፊሳረት ኩፌ ሳኦል ወጅን ዱኤ። Sien die hoofstuk |