Aanlyn Bybel

- Advertensies -




1 ሳሙኤል 31:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Saa'olis namicha isa mi'a lolaa baatuuf sanaan,<<Warri dhagna hin qabatin kun dhufanii, ana keessa baasanii akka anatti hin taphannetti, ati billaa kee luqqifadhuutii ana keessa baasi!>> jedhe; namichi mi'a lolaa baatuuf sun garuu baay'ee waan sodaateef, kana gochuu hin barbaanne; yommus Saa'ol billaa ofii isaatii fudhatee itti of in dire*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Saaʼolis namicha miʼa lolaa isaa baatuun, “Goraadee kee luqqifadhuutii na waraani; yoo kanaa achii namoonni dhagna hin qabamin kunneen dhufanii na waraananii natti taphatuu” jedhe. Namichi miʼa lolaa baatuuf sun garuu waan akka malee sodaateef isa hin waraanne; kanaafuu Saaʼol goraadee ofii isaa luqqifatee irratti kufe.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ሳኦልስ ነምቸ ምአ ሎላሳ ባቱን፣ “ጎራዴኬ ሉቅፈዹቲ ነ ወራን፤ ዮ ከና አቺ ነሞትን ዸግነ ህንቀበምን ኩኔን ዹፈኒ ነ ወራነኒ ነት ተጰቱ” ጄዼ። ነምች ምአ ሎላ ባቱፍ ሱን ገሩ ዋን አከ መሌ ሶዳቴፍ እሰ ህንወራኔ፤ ከናፉ ሳኦል ጎራዴ ኦፊሳ ሉቅፈቴ እረት ኩፌ።

Sien die hoofstuk Kopieer




1 ሳሙኤል 31:4

Volg ons:

Advertensies


Advertensies