1 ሳሙኤል 31:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Kana booddee lafee isaanii fuudhanii Yaabesh keessatti muka lafa onaa tokko jalatti awwaalanii, ofii isaaniitii guyyaa torba in sooman*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Ergasii lafee isaanii fuudhanii Yaabeeshitti muka tamirii jalatti awwaalan; bultii torbas ni sooman. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ኤርገሲ ለፌሳኒ ፉዸኒ ያቤሽት ሙከ ተምሪ ጀለት አዋለን፤ ቡልቲ ቶርበስ ንሶመን። Sien die hoofstuk |